Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti daayreektara dhimmoota Afrikaa waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti daayreektara olaanaa dhimmoota Afrikaa Wuu Peeng waliin mari’ataniiru.
Haala waqtaawaa Ityoophiyaa fi dhimmoota weerara vaayrasii koroonaa waliin walqabatanirratti xiyyeeffachuun mari’ataniiru.
Qaamoleen lameen dameewwan tumsaa yeroo itti aanu biyyoota lamaan gidduutti taasiifamurratti mari’achuu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment