Ambaasaaddar Tasfaayee Yilmaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa ta’uun muudaman

Finfinnee, Waxabajjii 2, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Tasfaayee Yilmaa Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa ta’uun muudamaniiru.

Ambaasaaddar Tasfaayeen Ministeera Dhimma Alaatti Ministir Deetaa Damee Dippiloomaasii Siyaasaa fi Diinagdee ta’uun muudamuu Waajjirri Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaa beeksiseera.

Ambaasaaddarichi Waxabajjii 01,2014 Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa ta’uun hanga muudamanitti Gamtaa Afrikaatti Ergamaa Dhaabbii Ityoophiyaa ta’uun tajaajilaa turaniiru.

Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment