Finfinnee, Eebla 17, 2015 (FBC) –Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon xaalayaa muudama isaanii Pireezidaantii Chaayinaa Shii Jiinpiingif dhiyeessaniiru.
Ambaasaaddar Tafarraa Darriboon Chaayinaatti Ambaasaaddara Ityoophiyaa ta’uun kan muudamuun isaanii ni yaadatama.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.