Ambaasaaddar Taayyeen Pireezidaantii Jiibuutii Isimaal’eel Oommar Geelee waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 17, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Pireezidaantii Jiibuutii Isimaal’eel Oommar Geelee waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsanii fi dhimmoota naannawaarratti mari’achuu eerameera.

Dabalataan dhimmoota naanawaarratti tumsaan hojjechuuf mari’achuu ragaan Jibuutiitti Embaasii Itiyoophiyaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment