Finfinnee, Hagayya 11, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsaqasillaaseen Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Emireetoota Araba Gamtoomanii Sheek Saabuut Naahiyaan Al Naahiyaan waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo biyyoota lamaanii fi naannawaarratti mari’achuun Ragaan Ministeera Dhimma Alaa irraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia