Ambaasaaddar Taayyeen Ittaanaa Ministira Muummee Niwuuz Laandi waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Itti Aanaa Ministira Muummee fi Ministira Dhimma Alaa Niwuuz Laandi Wiistaan Piitars waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota siyaasaa, Dinaagdee fi deeggarsaa namoomaa, hariiroo biyyoota lameenii fi haala waqtaawaa Idil Addunyaarratti mari’achuu ragaan ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment