Ambaasaaddar Taayyeen Barreessaa olaanaa DhMG waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Barreessaa olaanaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Antooniyoo Guutareez waliin mari’ataniiru.

Yaa’ii Waliigalaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii 79ffaa Niiwuu Yoorkitti taa’amaa jiru cinaatti dhimmoota naannawaa fi Waqtaawaarratti mari’ataniiru.

Mudama naannawaa gaanfa Afrikaa tasgabbeessuun nageenya waaressuun murtaassaa ta’uu marii isaaniin kaasuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment