Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa waliin mari’atan

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2016 (FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Dhimma Alaa Raashiyaa Sargee Laavroov waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis, hariiroo gamlamee fi dameewan biroo biyyoota lameeniirratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Marichi walga’ii Ministiroota Dhimma Alaa Biyyoota Miseensota BRICS Raashiyaatti gaggeefamaa jiruun cinaatti kan gaggeeffame ta’uun eerameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment