Finfinnee, Guraandhala 7, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Taayyee Atsiqasillaaseen Ministira Alaa Zimbaabuwee Ambaasaaddar Feediriik Eemshaavaa waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Dhimmoota waloo fi tumsa hundagaleessa biyyoota lamaanirratti mari’ataniiru.
Hariiroo waloo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf waliigaluu isaanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.