Finfinnee, Hagayya 27, 2013 (FBC)- Ministirr Deettaan Ministeera dhimma Biyyaa Alaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Reedwaan Huseen Somaalii Laandii Hargeessaa galan.
Ambaasaaddarichaaf itti aanaan Ministira Ministeera dhimma keessaa Somaalii Laandii Liibaan Yusuufii fi Hargeessaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Sa’iid Mahaammaadii fi hoggantoonni biroon simannaa taasisaniifiru.
Ambaasaaddarichi dhimmoota garagaraarratti hoggantoota Somaalii Laandii waliin ni mari’atuun jedhame kan eegamuu ta’uu dhaabbanni miidiyaa Somaalee gabaaseera.
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.