Ambaasaaddar Misgaanuun Ministira Dhimmoota Afrikaa Ingiliiz waliin mari’atan

Ambaasaaddar Misgaanuun Ministira Dhimmoota Afrikaa Ingiliiz waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 18, 2017 (FMC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Ministira mirgoota namoomaa, hariiroo gamhedduu fi dhimmoota Afrikaa Ingiliiz Loord Kooliinis waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota tumsa misoomaa, Diinagdee fi naannawaa cimsanirratti mari’achuu eerameera.
Comments (0)
Add Comment