Finfinnee, Hagayya 9, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Araggaa Ityoophiyaatti Bakka Bu’aa Dhaabbata Mootummpoota Gamtoomanii Raamiiz Alkabaaroovi waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota hawaas diinagdee, siyaasaa fi naannawaarratti marii taasisuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.