Ambaasaaddar Misgaanuun Ittaanaa Ministira Dhimma AlaaTurkii waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 21, 2016 (FBC) – Jilli Ministir Deetaa Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan durfamu Ittaanaa Ministira Dhimma Alaa Turkii Burhaanetiin Duraan waliin mari’ateera.
Marii siyaasaa 7ffaa Itiyoo-Turkiirratti xiyyeeffachuun mari’achuu eerameera.
Akkasumas hariiroo gamlamee biyyoota lameen giddu jiru, dhimmoota Waqtaawaa naannawaa fi Idil Addunyaarratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaa Turkirraa argame ni mul’isa.
Comments (0)
Add Comment