Ambaasaaddar Misgaanuun Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turki waliin mari’atan

Finfinnee, Qaammee 1, 2016 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Turkii Barak Baaraan waliin mari’ataniiru.

Dhimmoota waloo biyyoota lameenii fi naannawaarratti mari’achuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment