Finfinnee, Fulbaana 23, 2016 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Luukzambargi Joorji Teeras waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Misgaanuun haala waaqtawaa Itiyoophiyaa ilaalchisee ibsa taasiisaniiru.
Hariiroo biyyoota lamaanii caalmaatti cimsuuf kan hojjetan ta’uu Ambaasaaddar Joorji Teeras ibsuu ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’isa.
#Oromia # Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.