Finfinnee, Waxabajjii 13, 2015 (FBC) – Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Misgaanuu Argaan Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti bakka buutuu misooma Indaastirii Ooreeliyaa Kaalaabroon waliin mari’ataniiru.
Ityoophiyaan oomishaalee damee Misooma Indaastiriin tumsa qabdu guddisuuf qophii ta’uu Ambaasaaddar Misgaanuun himaniiru.
Ooreeliyaa Kaalaabroon gama isaaniin Fooyya’iinsa mootummaan Ityoophiyaa damichaan fudhataa jiru dinqisiifachuun Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Dhaabbanni Misooma Indaastirii hojiilee Ityoophiyaan damichaan hojjetaa jirtu kan tumsu ta’uu himaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.