Ambaasaaddar Mariwaan Badriin gita isaanii Sudaanii fi Poolaand waliin mari’atan

Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –  Gibtsitti itti aanaa itti gaafatamaan Ambaasaaddara Ityoophiyaa Ambaasaaddar Mariwaan Badriin gita isaanii Sudaanii fi Poolaandi waliin dhimma haala yeroo ilaalchisuun Kaayirootti mari’atan.

Duula hojii olaantummaa seeraa mirkaneessuu naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee ibsa laachuu isaanii ragaan Kaayirootti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment