Ambaasaaddar Mallas gita isaanii Sudaan Kibbaa fi Jiibuutii waliin mari’atan

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2013 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaaddarri Guutuun Ityoophiyaa Mallas Alem Ambaasaaddara Sudaan Kibbaa Chool Maawutii fi Jiibuutii Yaasiin Eelmii waliin mari’ataniiru.
Ambaasaaddar Mallas Alem deeggarsa namoomaa fi deebisanii ijaaruu naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa jiru, haala waldhabdee daangaa Ityoo – Sudaanii fi marii sadee Hidha Haaromsaa ilaalchisee ambaasaaddaroota kanneeniif ibsa taasiisaniirru.
Ambaasaaddaroonni kanneen gama isaaniin nageenyii fi tasgabbiin Ityoophiyaa kan biyya isaanii ta’uu eeruun, kallattii hundaan Ityoophiyaa cinaa kan dhaabbatan ta’uu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment