Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen xaalayaa mudama isaanii Uhuuruu Keeniyaataaf dhiyeessan

Finfinnee, Adoolessa 30, 2014 (FBC) – Keeniyaatti Ambaasaddara Guutuu Ityoophiyaa ta’uun kan muudaman Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen xaalayaa mudama isaanii Pireezidaantii Keeniyaa Uhuuruu Keeniyaataaf dhiyeessaniiru.

Ambaasaaddar Baacaan hariiroo Dippiloomaasii biyyoota lameenii bara dheeraa lakkoofsiise caalmaatti cimsuuf murannoo qabaachuu isaanii ibsaniiru.

Ambaasaaddar Baacaa Dabaleen Keeniyaatti Ambaasaaddara Ityoophiyaa 14ffaa ta’uun isaanii ragaan Keeniyaatti Imbaasii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment