Ambaasaaddaar Abduullaaziiz Ahimad ambaasaaddar Saamii Saalhi waliin mari’atan

Finfinnee, Fulbaana 26, 2013 (FBC)- Saa’uud Arabiyyatti Ambaasaaddaarri Ityoophiyaa Abduullaaziiz Ahimad ministeera dhimma alaa Saa’uud Arabiyya daayreektara waaligala dhimmoota Afrikaa ambaasaaddar Saamii Saalhi waliin mari’ataniiru.

lammiilee Ityoophiyaa Saa’uud Arabiyaa jiraataan rakkoon garaagaraa irra ga’u haala furuun danda’amuurratti mari’ataniiru.

Rakkoowwan lammiilee kanneenirra ga’u yeroo gababatti furuun nageenyii isaanii akka eegamuus waliigalaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment