Albuuda haroo Hafdheeraa fi kanneen biroo keessaatti argaman gara misoomaatti akka galaniif ni hojjenna-Injiinar Taakkalaa

Finfinnee, Muddee 5, 2014 (FBC)-Ministeerri Albuudaa naannoo Affaar waliin ta’uun Albuudoota haroowwan Hafdheeraa fi kanneen biroo keessaatti argaman gara misoomaatti akka galaniif kan hojjetuu ta’uu Minstir Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan ibsaniiru.

Injiinar Taakkalaa Uumaa, Preezdaantii naannoo Affaar obbo Awwal Arbaa fi hoggantoota hojii mootummaa Federaalaa waliin ta’uun yaalii oomishaarra kan jiru warshaa Biroomiin daawwataniiru.

Baatii tokko keessattis oomisha toonii 500 gara biyyatti ergu jalqabuu Injiinaar Taakkalaan fuula miidiya hawaasaa isaaniin ibsaniiru.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment