Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Maaritaayimii Geejjiba Galaanaa fi Loojistiksii Itiyoophiyaatti Akkaadaamiin Baabbogaayyaa miseensota Humna Galaanaa leenjisaa ture eebbisiiseera.
Leenjitoonni kunneen Humna Galaanaa Itiyoophiyaaf humna murteessoo ta’uu Bakka Bu’aan Ajajaa Olaanaa Humna Galaanaa Itiyoophiyaa Rees Adiimiiraal Naasir Abbaadiiggan ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.