Agarsiistun ragaa staatiistiiksii ammeentaa jireenyaa, barnootaa fi galii kaappitaalaa %65.8 dabaluu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti dameen Ityoophiyaa beeksise

Finfinnee, Sadaasa 30, 2012 (FBC) – Agarsiistun ragaa staatiistiiksii ammeentaa jireenyaa, barnootaa fi galii kaappitaalaa %65.8 dabaluu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti dameen Ityoophiyaa beeksise.

Daballiin kunis bara Faranjootaa 2000 eegaleeti.

Kunis ammeentaan jireenyaa waggoota 14.3 dabaluu agarsiisa..

Yaata’uutii agarsiistun ragaa staatiistiiksii ammeentaa jireenyaa, barnootaa fi galii kaappitaalaa kun bulchiinsa nageenya hawaasummaadhaa gadi jedheera dhaabbatichi.

Ityoophiyaan koorniyaa idileessuurratti biyyoota 163 keessaa sadarkaa 123ffaarra teessetti.

Kun ammoo koorniyaa idileessuurratti ammas daran hojjetamuu akka qabu agarsiisa.

Rakkoolee akkanaa furuuf Ityoophiyaan barnootarratti hojjechuu qabdi jedheera dhaabbatichi.

Bara Faranjootaa 2018 Ityoophiyaatti jiddugaleessan ammeentaan jireenya waggaa 65.5 ture, bara Faranjootaa 2019 kana keessa ammoo waggaa 66.34 ta’uu ragaan Dhaabbata Fayyaa Addunyaa ni agarsiisa.

Comments (0)
Add Comment