Agarsiifni Turizimii fi Keessummeessa biyyaalessaa kaayyoo qophaa’eef milkeessuu ibsame

Finfinnee, Onkololeessa 27, 2016 (FBC) – Agarsiifni Turizimii fi Keessummeessa biyyaalessaa Magaalaa Finfinnee Gola Hambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa ture xumurameera.

Agarsiisichi kaayyoo qophaa’eef milkeessuu Ministir Deetaan Ministeera Turizimii Obbo Silashii Girmaan himaniiru.

Hanga ammaatti daawwattoonni biyya keessaa fi alaa kumni 154 fi 799 agarsiisicha daawwachuu ibsameera.

Qaamolee milkaa’ina isaaf gumaachaan hunda galateeffachuu ragaan Ministeera Turizimiirraa argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment