Agarsifni Albuudaa Idil Addunyaa Sadaasa 1-3, 2015tti gaggeeffama

Finfinnee, Onkololeessa 28, 2015 (FBC) – Agarsifni Albuudaa Idil Addunyaa ‘Mintex”Sadaasa 1-3 ,2015 galmaa Barkumeetti gaggeeffamaa.

Agarsisicharratti Dhaabbileen biyyaa keessaa fi alaa 270 ni hirmaatu jedhame.

Dhaabbileen Albuudaa,ergitootnii fi oomishtoonni faayaa , teeknooloojii Albuudaa fi dhaabbileen faayinaansii irratti ni hirmaatu jedhameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment