Afrikaatti lakkoofsi namoota COVID-19n qabamanii miiliyoona 2 darbe

Finfinnee, Sadaasa 10, 2013 (FBC)- Afrikaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 2 darbeera.

Biyyattitti qorannoon vaayrasii koroonaa ga’aan akka hin taasifamne ibsameera.

Hanga ammattis biyyattitti namoonni kumni 48 ol lubbuun isaanii darbeera.

Namoonni miiliyoonni 1 ol ammoo dandamataniiru.

Ameerikaattis vaayrasichaan lubbuun namoota nuusa miiliyoona darbeera.

Addunyaarrattis namoonni miiliyoona 56 ol vaayrasii koroonaatin yoo qabaman, lubbuun namoota miiliyoona 1.3 olii darbeera.

Miiliyoonni 39 ol ammoo dandamataniiru.

Maddi:- CGTN fi Worldometers

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Comments (0)
Add Comment