Finfinnee, Waxabajjii 21, 2013 (FBC) – Afrikaanoonni walqabachuu fi waloon hojjechuun misooma fi guddinaa Ardiif murteessa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjiiba aadde Daagimaawwi Mogaas ibsaniiru.
Ministirittin kana kan jedhan Ityoophiyaa, Keeniyaa fi Sudaan kibbaa hojiiwwaan misoomaa garagaraarratti hojjetaa jiraan irratti yaa’ii gaggeeffameerratti.
Fireehyiwoota Saffituu gabaase
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf:-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.