Finfinnee, Qaammee 4, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Tokkummaan Afrikaa guddina biyyaa keenyaaf bu’uura jedhaniiru.
Dooktar Abiy Ahimad erga fuula Twiitara isaaniin akka ibsaniitti, yeroon Afrikaa ammaa jedhaniiru.
Waloon hojjechuuf waada kan gallee Afrikaan gara guddinaatti akka ceetuuf qabeenyawwan uumamaa fi humni nama ga’aadha jechuun ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.