Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo erga baga geessanii dabarsan

Finfinnee, Qaammee 4, 2012 (FBC) – Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Loomii Badhoo erga baga geessanii dabarsaniiru.

Aadde Loomiin, mul’atoota bara 2013tti qabanne galma yaadame biraan ga’uuf mootummaa fi ummanni tokkummaan waltumsinee yoo hojjenne injifannoo caalmaa akka galmeessinu abdii guddaan qaba jedhaniiru.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa

Comments (0)
Add Comment