Finfinnee, Guraandhala 23, 2016 (FBC) – Adwaan agarsiiftuu tokkummaa Itiyoophiyaanotaa ta’uu Pireezidaantiin Waldaa Gootoota Itiyoophiyaa Lij Daani’eel Jooteen ibsan.
Injifannoon Adwaa agarsiiftuu tokkummaafi cimina Itiyoophiyaanotaa eeraniiru.
Injifannoon Adwaa injifannoo Ummaata Afrikaa hundaa ta’uu ibsaniiru.
Adwaan mallattoo tokkummaa fi ggotummaa lammilee Itiyoophiyaa addunyaarratti mul’ise tahuu kaasaniiru.
Qaamolee yaadannoo injifannoo adwaa waggaa 128 dura tureerratti aarsaa kaffaluun nama har’aa nu taasisaniif galata guddaatu malaaf jedhan.
Qaamolee ijaarsa yaadannoo injifannoo adwaa keessatti shoora qaban hunda galateeffataniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.