Finfinnee, Adoolessa 3, 2015 (FBC) – Adoolessa 10, 2015 Aduu tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 ni dhaabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Bu’aan Ashaaraa Magariisaa Addunyaa hundaaf kan fayyadu ta’uu kaasaniiru.
Adoolessa 10, 2015 hundi keenya guyyaa tokkotti biqiltuu miiliyoona 500 dhaabamu keessatti hirmaachuun ashaaraa keenya yaa keenyu jechuun dhaabaniiru.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.