Adeemsi biyya badhaate ijaaruuf taasiifamu mataansaa qorumsaan kan guutamedha – Dooktar Abiy

Finfinnee, Caamsaa 17, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa ilaalchisuun ergaa dabarsaniiru.
Dooktar Abiy adeemsi biyya badhaate ijaaruuf godhamu mataansaa qorumsaan kan guutamedha jedhan.
Haa ta’uutii gooticha Abbabaa Biqilaarraa akka hubannetti daandii mijataadha kan jedhamellee miilla duwwaa ni madeessa.
Milkaa’inni adeemsichaa mul’ata ofii qulqulleessanii ilaaluu fi ‘miilla duwwaadhaanis’ ta’u daandicha utuu hin gadhiisiin adeemuudhaan murtaa’a jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment