Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Adeemsa mana murtiirra osoo jiruu Komishinii Mana Amala Sirreessaa Federaalaarraa miliqee kan bade Kiidanaa Zakkaariyaas Sudaanitti to’annoo jala ooluu Poolisiin Federaalaa Ityoophiyaa ibse.
Yakka daddabarsa namaa seeraan alaan to’atamee adeemsa mana murtiirra osoo jiruu Guraandhala 11, 2013 Komishinii Mana Amala Sirreessaa Federaalaarraa miliqee sadarkaa idil addunyaatti barbaadamaa kan ture Kidaanaa Zakaariyaas Sudaanitti to’annaa jala ooluu Poolisiin Federaalaa ibseera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.