Adeemsa ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu fi hirmaattoota adda baasuu keessatti Paartileen siyaasaa akka hammatamaan taasiifamaa jira – Komishinicha

Finfinnee, Waxabajjii 8, 2015 (FBC) – Adeemsa ajandaa marii biyyaalessaa walitti qabuu fi hirmaattoota adda baasuu keessatti Paartilee siyaasaa hirmaachisuu qofa osoo hin taane abbummaan akka hammatamaan taasiifamaa jiraachuu Komishiniin Maree biyyaalessaa ibseera.

Paartilee siyaasaa hirmaachisuu qofa osoo hin taane abbummaan akka hammatamaan carraan uumamuu itti aantuu walitti qabduun Komishinichaa Aadde Hiruut Gabrasillaaseen ibsaniiru.

Bakka buutoonni Mana Maree waloo Paartilee siyaasaa gorsaa ta’uun akka hammatamaan taasiifamuu kaasaniiru.

Adeemsi ajandaa walitti qabuu fi hirmaattoota adda baasuu waloon eegalamuu Walitti qabaan Mana Maree Waloo Paartilee Siyaasaa Dooktar Maabraatuu Alamuun ibsaniiru.

Ashannaafii Shibbiruutu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment