Finfinnee, Sadaasa 14, 2014 (FBC) – Adda waraanaatti hiriiruu dabalatee duula birmaddummaa biyyaaf kan narraa eegamuu hundaa gochuuf qophiidha jechuun Atleet Kumaalaa Haylee G/Sillaaseetuu himeera.
Atleetichi Tajaajila Oduu Ityoophiyaaf akka himeetti, balaan Ityoophiyaarratti aggaamamee kayyooo Afrikaa jilbeeffachiisuuf yaadameedha jedheera.
Muummichi Ministiraa Abiy Ahimad kabajaa Ityoophiyaaf gara adda waraanaatti duuluun gochaa hoggansa biyyaasaa jaallatuurra eegamuudha jedheera.
Lammiilee Ityoophiyaa hundis wamichichaa fudhachuun biyyasaanii akka baraaraan yaadachiseera.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.