Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate

Finfinnee, Amajjii 24, 2012 (FBC) – Tapha Priimiyar liigii Ityoophiyaa torbee 12ffaan Adaamaan Buna Ityoophiyaa 3-0 injifate.

Liigiichaan guyyaa har’aa taphoonni 6 kan gaggeeffamaniiru.

Haaluma kanaan taphni:

Adaamaan 3-0 Buna Ityoophiyaa

Sisuul Shiree 3-0 Hawaasaa

Jimmaa Abbaa Jifaar 1-0 Maqalee 70 Indartaa

Qiddus Giyoorgis 6-2 Buna Sidaama

Walaayittaa Diichaan 3-0 Dirree Dhawaa

Walqixxee 2-0 Bahiir Daar

Liigicha Qiddus Giyoorgis qabxii 24 dursaa jira.

Comments (0)
Add Comment