ABUT daangaa Sudaan irraan hariiroo uumuun humnoota finxaaleeyyi waliin sochiin taasisee fashalaa’e-J/Geetaachoo

Finfinnee, Gurraandhala 3, 2014 (FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT daangaa Sudaan irraan hariiroo uumuun humnoota finxaaleeyyi waliin sochiin taasisee fashalaa’u Ajajan Olaanaa Kaabaa Jeneraal Geetaachoo Guddinaa ibsaniiru.

Gareen shororkeessicha adda waraanaatti haleellaan qaqqabsiisaa jiru aarifachiisuuf finxaaleeyyii daangaa Sudaanii fi kanneen biroo waliin hariiroo uumuun qaamolee nageenyaa fi hawaasa naannichaan tarkaanfii fudhatameen sochiin isaa fashala’eera jedhan.

Hoggansaa fi hawaasa naannichaas galateeffachuu ragaan fuula miidiyaa hawaasa raayyaa ittisa biyyarra argame ni muul’dhisa.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment