Finfinnee, Sadaasa 4, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT abbootii amantii ajjeesuun Faashistii ta’uu mirkaneessuu Abbootiin amantii Naannoo Hararii ibsaniiru.
Ergamtoonni garichaa Ityoophiyaa diiguuf sochii taasiisaa jiran balaalleeffachuun karoorri garichi qabatee socho’u fudhatama kan hin qabne ta’uu himaniiru.
Hordoftoonni amantaalee qaamolee Farra Ityoophiyaa kanneen balaalleeffachuu akka qanbanii fi Waan danda’aniin Raayyaa Ittisaa akka deeggaran gaafataniiru.
Jiraattoonni labsii yeroo ariifachiisaa eeguun akka socho’an qoodni manneen Amantii olaanaa ta’uu hogganaan Biiroo Nageenyaa naannichaa obbo Xilahuun Waadaraan ibsaniiru.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.