Abeel Yaalewu gara Kilabaa Ijibti ZFC’tti imale

Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC)- Taphataan sarara fuulduraa Kilaba Kubbaa Miilaa Qiddus Giyoorgis Abeel Yaalewu Kilabaa Ijibti ZFC’tti makame.

Kilaba Ijibti ZFC’n taphaticha mallatteessisuuf tattaaffii taasisaa turuun kan yaadatamuudha.

Haaluma kanaan yeroon kontiraataa Kilabaa Qiddus Giyoorgiisitti waliin qabaachaa ture wayita xumuramuuf jedhutti jijjiirraan gara Kilabaa ZFC’tti imaleera.

Saalaaddiin Sa’iid, Shimallis Baqqalaa, Umud Ukurii fi Gaatooch Paanoomiin hordofuun taphataa Itiyoophyaa 5ffaa kilabichaaf taphatu ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaan

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment