Abdallaa Haamdook Finfinnee galan

Finfinnee, Muddee 4, 2013 (FBC) – Muummeen Ministiraa Sudaan Abdallaa Haamdook daawwannaa hojiif Finfinnee galan.

 

Abdallaa Haamdook buufata xiyyaaraa idil addunya Boolee wayita ga’an Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin simatamaniiru.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment