Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Proojaktii Maddii Biyyaa Gorgoraatti abbootiin qabeenya dameewwan garaagaraarratti invastimanitii hojjetaniif laftii ijaarsa heektaarri 300 qophaa’uu Manni qopheessaa bulchiinsa magaalaa Gorgoraa beeksiseera.
Hojii raawwachiisaan mana qoopheessaa magaalichaa obbo Amaanuu’eel Shigguux akka himanitti, invaastimarrattii hojjechuuf proojektoota 200 dhiyaatan keessaa 136 adda ba’uun bakkii qophaa’eera.
Abbootii qabeenyaa invastimantiirratti hojjechuu gaaffii dhiyeessaan keessaa kan kaappitaala Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 60 hanga biiliyoona 1 galmeessisaan ta’uu himaniiru.
Madd:-TOI
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.