Abbootiin gadaa Igguu Aabbuu deeggartoonnii fi ergamtoonni ABO shanee dhimmoota hawaasummaa keessatti akka hin hirmaanne murteessan

Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Jiraattoonni godina Shawaa Kaabaa aanaalee Dagamii fi Warra Jaarsoo gochaa garee finxaaleyyii balaaleffataniiru.

Dhimma kanaa walqabatee abbootiin gadaa Igguu Aabbuu dambii  baasaniiru.

Akka dambii kanaatti deeggartoonnii fi ergamtoonni ABO shanee dhimmoota hawaasummaa keessatti akka hin hirmaanne murteessaniiru.

Jiraattoonni kunneen raayyaa ittisaaf deeggarsa kan taasiisan yoo ta’u, hojii mootummaan garee finxaaleyyii ABUT seeratti dhiyeessuu fi naannoo Tigraay deebisee misoomsuuf hojjetaa jiru kan deeggaran ta’uu ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment