Abbootiin Gadaa Ayyaana Ashandaa sababeeffachuun deeggarsa Birrii Miiliyoona 10 taasisan

Finfinnee, Hagayya 16, 2015 (FBC)- Abbootiin Gadaa Oromoo Ayyaana Ashandaa sababeeffachuun Naannoo Tigraayiif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisaniiru.

Jilli Abbootii Gadaa Oromoo Sirna Ayyaaneffannaa Ashandaa Magaalaa Maqaleetti kabajamaa jirurratti hirmaataniiru.

Haaluma kanaan ayyaanicha sababeeffachuun deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisuun ibsameera.

Kanaan duras Naannoon Oromiyaa naanichaa deebisanii dandamachiisuuf deeggarsa Birrii miiliyoona 257 yoo taasisu, Biiroon Barnootaa Oromiyaa fgama isaatiin meeshaalee barnootaa Birrii miiliyoona 5.8 olitti rtilmaamau deeggarsa taasisuun kan yaadatamuudha.

Ayyaanni Ashandaa duudhaa aadaa isaa eeggatee sirnoota garaagaraan bakkeewwan garagaratti kabajamuu eegaleera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment