Abbootiin Amantaalee Ayyaana Dhaloota Yesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan

Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Abbootiin Amantaalee Guyyaa Ayyaana Dhaloota Yesuus Kiristoosiin ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.

Abbootiin Amantaalee kunneen ergaa isaaniin, guyyaan dhalachuu Yesuus Kiristoos bu’uura jalaala fi kabajaa waan ta’eef hordoftoonni amantichaa wal jaalalaa fi walkabaja  hojiin agarsisuu akka qaban yadaachisaniiru.

Waqaayyoon nama ta’ee gara biyya lafaatti wayita dhufu jaalala dhala namaaf qabuu kan itti agarsisee waan ta’eef ,nutis jaalala Waaqayyo nutti  argisise agarsisuu qabna jedhaniiru.

Hordoftoonni Amantichaa wayita ayyanicha kabajan lammiilee harka qalleeyyii fi rakkoo addaa addaa keessa jiran deeggaruun wajjiin dabarsuu akka qaban dhaamaniiru..

Qiddist Abaataatu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment