Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Abbootiin amantaa itti gaafatamummaa dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu fi rakkoo dhiifaman furuu qaban ba’uu akka qaban Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan ibsan.
Ministeerri Nageenyaa, Gumii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa fi piroojektii Koonsoortiiyem Jisiraa waliin ta’uun, waltajjii mata duree “Gahee barsiifanni amantaa ijaarsa nageenyaa keessatti qabu” jedhuun hoggantootaa fi hayyoota dhaabbilee amantaa waliin Finfinneetti gaggeessaa jira.
Abbootiin amantaa itti gaafatamummaa dhaloota namuusa gaarii qabu horachuu fi rakkoo dhiifaman furuu qaban ba’uu akka qaban Ministir Deetaan Ministeera Nageenyaa Obbo Taayyee Danda’aan yaadachiisuu TOI gabaaseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.