Abbootii qabeenyaa Turkii waliin Invastimantii oomisha Xaa’oo irratti tumsaan hojjechuuf waliigalame

Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Turkii Invastimantii oomisha Xaa’oo irratti mootummaa waliin tumsaan hojjechuuf adeemsa Warshaa dhaabuu eegaluuf waliigalamuu Ministeerri Albuudaa beeksiiseera.
Dhaabbillee Invastimantii oomisha Xaa’oorratti hojjechuu barbaadan keessaa tokko kan ta’e dhaabbilee Abbootii qabeenyaa Turkii waliin mariin taasiifamuu Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan ibsaniiru.
Abbootiin qabeenyaa kunneen qabeenya uumamaa Ityoophiyaa jiru fayyadamuun haala warshaa Xaa’oo Oomishuuf dandeessisanirratti mari’atamuu Injiinar Taakkalaan fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment