Finfinnee, Guraandhala 13, 2016 (FBC) – Abbootii gadaa fi Haadholii siinqee dabalatee kutaaleen hawaasaa naannoo Godinaalee Oromiyaarraa dhufan Gola Hambaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwataniiru.
Siidaan tokkummaa Itiyoophiyaanootaa haalaan agarsiisu ijaaramuu isaatti daraan gammaduu daawwattoonni kunneen ibsaniiru.
Hambaa dhaabbataa dhalootaaf darbu ta’uu himuu isaanii ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.