Abbee Gaashahu Fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa injifate

Finfinnee, Sadaasa 11, 2015 (FBC) – Atleet Abbee Gaashahu fiigicha guddaa Ityoophiyaa 22ffaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame injifateera.

Atleet Abbee Gaashahu yeroo 3ffaaf fiigicha kana injifateera.

Atleet Hayilamaariyaam Amaareen 2ffaan xumureera.

Fiigicha meetira kuma 10 kanarratti Atleetonni bebbeekkamoo biyya keessaa fi alaa akkasumas kutaaleen hawaasaa garaagaraa hirmaataniiru.

Fiigichi guddichi Ityoophiyaa kun Afrikaarraa sadarkaa 1ffaa, addunyaarraa ammoo sadarkaa 3ffaarratti argama jedhame.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment