Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muularii fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam mana murtiitti dhiyaatan

Finfinnee, Muddee 5, 2013 (FBC) – Abbaan qabeenyaa Riil Isteetii Muular obbo Muluugeetaa Tasfaakiroos  fi Birgaadeer jeneraal Abrahaam Mawucaan har’a Mana Murtiitti dhiyaataniiru.

Shakkaman galmee abbaa qabeenyaa Riil Isteetii Muular faa jalatti hammatame miiliyoona 81 ol gama Baankii Anbasaan garee finxaaleyyii ABUTtiif deeggarsa taasiisuu ragaan argamuu qorataan Poolisii dadhachaaf ibseera.

Shakkamtoonni kunneen maqaa lafaaf jedhuun waldaan gurmaa’uun Baankii Anbassaan alaa baankoota afuriin garee farreen nageenyaaf maallaqa daddabarsaa turuu isaanii eerrameera.

Taariik Addunyaatu gabaase.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment