Aanichatti abbootiin warraa kuma 16 fayyadamtoota huma ibsaa ta’an

Finfinnee, Muddee 19, 2013 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Qumbii Magaalaa Miinootti Abbootiin warraa kuma 16 fayyadamtoota huma ibsaa ta’aniiru.
Projaktiin humna ibsaa ifa aduu kun baasii Birrii miiliyoona 50 oliin deegarsa mootummaa federaalaa fi naannichaan kan hojjatameedha.
Bulchaan Magaalaa Miinoo obbo Huseen Faayisaa marsaa 2ffaan projaktichaa yoo xumurame Abbootii Warraa kuma 26f tajaajila kenna jedhaniiru.
Hogganaan waajjira misooma jallisii fi Inarjii Aanaa Qumbii obbo Mahaammad Saanii yeroo amma kana lakkooftu humna ibsa 850 ol Magaalaa Miinootti dhaabuuf hojjachaa akka jiran himaniiru.
Hanga ammattis lakkooftuwwan 150 dhaabachuu himaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment